Jump to content
Main menu
Main menu
move to sidebar
hide
Ilalcha
Fuula duraa
Ummataf Bana
Jijjirama Dhiho
Fuula Garagara
Gargaarsa
Fuula Adaa Ta'e
Barbadu
Barbadu
Appearance
Keena
Eenyummeessa uumi
Saaqii seeni
Meeshaalee dhuunfaa
Keena
Eenyummeessa uumi
Saaqii seeni
Oromoo
gulaalamaara (kutaa)
Add languages
Fuulbarruu
Marii
Oromoo
Dubbisi
Gulaali
Lakkaddaa gulaali
Seenaa laali
Meeshaalee
Tools
move to sidebar
hide
Actions
Dubbisi
Gulaali
Lakkaddaa gulaali
Seenaa laali
General
Mannin akka asiin walitti qabatte
Jijjiiramoota walidhihaatan
Faayila fe'i
Odeeffannoo fuulaa
Get shortened URL
Switch to legacy parser
Piroojektiiwwan biroon
Mi'a Wikidata
Appearance
move to sidebar
hide
Warning:
You are not logged in. Once you make an edit, a temporary account will be created for you.
Learn more
.
Log in
or
create an account
to continue receiving notifications after this account expires, and to access other features.
Anti-spam check. Do
not
fill this in!
== Dimoogiraafii == Ummanni Oromoo [[Itoophiyaa|Itiyoophiyaa]], kan walumaagalatti sablammoota afaan 80 ol dubbatan qabdu, keessatti saba isa guddaadha. Oromoonni 95% ta'an qubatanii kan [[Qonnaan bulaa|qonnaan bulanii]] fi [[horiisee bulaa|horiisee bultoota]] godaanani. Oromoon tooftaa qonnaa aadaa duubatti hafaa ta'e kan hordofu yoo ta'u jireenyi isaanis irra caalaa harkaa gara afaanitti. Oromoonni muraasni naannoo magaalaa jiraatu. Ummatni Oromoo kaabaan hanga [[Tigraay]], kibbaan hanga [[Keeniyaa]] faffaca'ee argama. Oromoon harki caalaan [[naannoo Oromiyaa]] keessa kan jiraatan yoo ta'u hangi tokkommoo kaaba Keeniyaa keessa jiraatu. Kana malees Oromoonni hangi tokko [[naannoo Amaaraa]] [[godina addaa saba Oromoo]] keessaa naannoo Tigraay aanaalee akka [[Raayyaa Azaboo]] jiraatu. Sabaa fi sablammoota naannoo [[Beenishaangul Gumuz|Beenishaangul Gumuuz]] keessa jiraatu keessa harki caalaan saba Oromooti.
Guduunfaa:
By saving changes, you agree to the
Terms of Use
, and you irrevocably agree to release your contribution under the
CC BY-SA 4.0 License
and the
GFDL
. You agree that a hyperlink or URL is sufficient attribution under the Creative Commons license.
This site is protected by hCaptcha and its
Privacy Policy
and
Terms of Service
apply.
JavaScript is required to continue. Turn on JavaScript in your browser settings and refresh the page.
Publish changes
Yalii Agarsisi
Jijjirama Agarsisi
Ballesi
Gargaarsa gulaaluu
(Foodda haaraa keessa banama)
Barbadu
Barbadu
Oromoo
gulaalamaara (kutaa)
Add languages
Mata duree ida'i